Telegram Group Search
Muddama Kaadiree
==================
Kaadiroonni pp hedduun Sochii WBO'n fageenya ishee irraa 50-100km hin caalle irratti taasisaa jirutti rifachuun ofis maatii ishees gara magaalota birootti godaansisuuf of qopheessitee jiraachaa jirti!

Bakki dhaqan tokko hin jiru;
haalli qilleensa gaanfa Afrikaa guutuummaan hordoffiif to'annoo keenyaan ala miti!

Marsii Qabi WBO!
Ibiddaaf Cidii
===========
Minjaaritti Amaara Shimeen yeroo darbe WBO rukuchiisuf hidhaachiise waranuma Shimeeti garagaluun tumaa jirti ganama kana.
Kibbatti waraana PP qofaa miti Worqii diinni saama tureelle okkoteen too'atameera!
Kaaba Shaggar aanaa Sulultaa Caancotti leencichi tarkaanfii fudhaten hogganaa Kumaa PP 1 dabalatee ergamtooni impayeeratti hedduun biyyoo cininteetti.

π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Haabadan Hin Nyaattu

Suuraan kun loonii fi re'oota ummataa aanaa Martii ganda Wotaroo diinoo Ardaa Dileebaati.
Caamsaa 29/2024 waraanni pp humnaan dhaanun isiin warra WBO jiraachiisu jettee erga irraa ooffatteen booda iddoo isheen itti qalachaa jirtutti irreef gaachanni sabaa jajjabeen Cibraa Hambaa Aanoolee itti shiduun heedduu ishee du'aaf madoon adabee harkaa buusuun ummaatichaaf dachaaseedha !!

IUOf
Eeruu

Tikii hamaan Gazzuu Ganyeecha jedhamu kun K/L/shaggar aanaa Toleetti ani RIB keessaa ganeen dhokadheen jira jechun hojii basaasummaa hamaatti wan jiruf hawwaasi eeruu kana waliif qoodun irraa oftiksaa hanga harka abbaa haqaa seenuuti.
Warri
Afaan Tokkoo
Amantii Tokkoo
Biyya Tokkoo
Iluu Abbaa Booriti mana amatii "Qalee Hiwoot" haala argitan kanaan gubaan barbadeessan jiru.
Namooni utuu waaqeffatan taate sana irratti miidhaman heeddun yaalaf hospitaala magaalaa Mattu jiru.
Irree ofii jabeeffachuu
Hiree ofii murteeffachuu

Eebba milkii.
Godina shawaa kabaa aanaa Warra Jarsooti Samichaa fi reebichaa hamaa kan gaggessaa turan qarshi saamaa turan 460,000 waliin qabaman jiru.
Harargee lixaa aanaa Ciroo wajjiira polisii Dhagaa Cabsaa irratti injifannoo boonsaa fudhateera leencichi.
IUOf
Hirmii Baafadha
Somaalee fi Affaar daangaa irratti wal lolaa jiru.
Lolli kun guyyaa lammaffaa qabatee jira.
~Nageenyi Qawwee WBOn, Malee Marii Kijibaa PPn, Addunyaa Gowwomsuuf Gaggeessaa Jirtuun Hin Argamu!
~~~~~~
Nageenyi waaraa marii kijibaa PPn utuu hin taane rasaasa afaan qawwee WBOn, baatu keessaa dhuka'uun argama. Of-gowwomsuun hintaatu! Uummanni keenya hin burjaaja'inaa!

Murni PP, marii siyaasaa waltajjii Idil-Addunyaa gubbaatti WBO waliin gooteen erga injifatamtee as shiraafi daba hanqaaquun siyaasa tortoraa harkatti alaa'e mi'eeffachuuf har'a marii biyyaalessaa jechuun kaadirootaafi deggertoota ishee walitti qabdee Addunyaa gowwomsuuf yaalaa jirtii, argi.

Nageenyi waaraa argamuu kan danda'u sobaan utuu hin taane dhugaani. Dhugaan sun ammoo murna PPf liqimfamaa waan hin jirreef dhugichis ejjennoo mataa isaan nagaa waaraa Gaanfa Afriikaatti buusuuf hidhannoo mudhiifi sammuu jabeeffachuun falma gubbaa jira. Dhugaan humna! Dhugaan injifannoodha.

Laal! Afaan qawween cabne ammoo afaan qawween impaayeerattii diignee bilisummaa keenya akka ofii keenyaa barbaannetti gonfanna. Marii kijibaa PPn mootummoota Addunyaa gowwomsuuf gaggeessaa jirtu ittuu Impaayeerattii badduu baasa, quba qabaadhu!

Oromiyaan Biyya!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Imaltun Imala Kaayyoo Hin Tessu
Eeruu Jaallanif

Toora Guddaattu Arjooti Waraanni Impayeera garee faannoo naanno sana keessa riphxee jirtu waliin ta'un bakka Fuhaafate jedhamu qabatte wan jirtuf jaallan toora sana jirtan akka itti xiyyeeffattan dhaamna.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Bakakkaa cimaan ergamtoota PP irratti bu'uuf wan jedhuuf hawwaasi sochii keessan eggannoo taasisaa.

π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Shawaa Kaabaa Warra Jaarsooti mirgaan galee jira jajjaaben
Bobbaa irbuu shinniggaa ilaalchisee WBOn zoonii hora harsadii guyyaa kaleessaa aanaa dugdaa keessatti geggeessen meeshaa hedduu dugda diinaa irraa hiikee hedduu du'af madoon adabee, Kabinoota waraana waliin sochootee uummata dararaa turte hedduus qacam godhe.

IUOf
2024/06/03 13:41:15
Back to Top
HTML Embed Code: